Monday, 23 October 2023

Challenge of life

  Qabsoo Jireenya.

Qabsoo Jireenya biyya lafaa kanarratti Ilmi nama marti Jireenya isaatiin wajjiin qabsoo godhaa jiraata.yeroo tokko injifate kan biraatti dabraa qabsoo isaa itti fufa. osuma deemuu dhuma irratti garuu duniyaa kanarraa qabsoo cimaa taheen injifatamee harka kennatee gala.qabsoon cimaan isa injifattu suunis du'a. ykn Jireenya maayyii ilma namaa jechuudha.Rabbiin namoota qabsoo duniyaatiin kufu Rabbiin nu hin godhin.

Oromia region

 Oromia jechuun maali?.

Oromia jechuun biyyaa jiituu yeroo mara nama hawwatuudha.oromia jechuun biyyaa bishaan isheefi lafti ishee jireenyaa ilma namaa hundaaf murteessa ta'eedha.oromian walumaa galatti biyyaa dhala namaa hundaaf furmaata taateedha.

Saturday, 21 October 2023

my history

my best history in my lifetime starting from lower level to higher level of my educational background.I  started my elementary school education in the small village known as Dogu.
after my completion of grade 1_8 I started the  high-school educational here in Dogu secondary school 2007-2008 and I have successfully completed my grade 10th exam and I started the preparatory School from 2009-2010 in Girawa preparatory School and I have able to complete my exams and I joined madda walabu university and in this year I have graduated from the University in BA Degree in Management Alhamdulillaahi. 

Dogu village

 Dogu Village is the smallest city of my country this Village is very popular in exporting trade from the people of the Village. 

Friday, 20 October 2023

Naamusa Gaarii

 Naamusa Gaarii Qabaachuu 

Naamusni Gaariin yeroo hunda nama Guutuu si taasisee Addunyaa kana fi jireenyaa Aakiraa keessattiis si fayyaada kanaaf naamusa Gaarii qabaachuun gaariidha. 

Wednesday, 18 October 2023

mallattoo guyyaan qiyaamaa

 Mallattoon Guyyaa Qiyaamaa Gurguddaan kan amma argamaa jiru Maali?.

Mallattoon Guyyaa Qiyaamaa Gurguddaan Ergamaan Rabbii Sallallaahu Aleeyhi wasallam nuuf dhaaman keessa muraasni isaanii kana fakkaata. 

1.Qaanfiin dhabamuu.

2.Qalbiin Nama Goggoguu ykn Iimaanni Namaa hira'achaa deemuu.

3.ilmaan haraama baay’achuu

4.Amaanaan dhabamuu. 

5.Namni waa'ee duniyaa qofa yaaduu malee Guyyaa Qiyaamaa dagachuu.

kunniin mallattoo Qiyaamaa keessa isaan muraasa obboleeyyan kiyyaa kan muslima Rabbiin (SW).  Hundaa keenya warra keyrii osoo hojjatuu guyyaan Qiyaamaa itti dhufuu nu haa godhu warra of dagatee qiyaamaan dingatatti itti dhuftu rabbiin nungodhin.

Tuesday, 17 October 2023

Salaata fi naamusa isaa

  Salaata qulqulluu.

salaata Raka'aa lama kan gabrichi qalbii isaa waan biraatirraa qulqulluu (free) taasisee qaamaafii qalbii isaatiin rabbirratti as gara galee salaatuutu Raka'aa dhibba lama kan kuni keessa jiru irra caalaa Rabbii biratti jaalatamtuudha.

Haala jiru

 Haalli jiru ilma nama hundinuu wal dhaba kuun qabeenya guddaa argatee akka godhu dhaba. kuun immoo rakkaatee waaan nyaatee bulu dhaba. waay...