Wednesday, 18 October 2023

mallattoo guyyaan qiyaamaa

 Mallattoon Guyyaa Qiyaamaa Gurguddaan kan amma argamaa jiru Maali?.

Mallattoon Guyyaa Qiyaamaa Gurguddaan Ergamaan Rabbii Sallallaahu Aleeyhi wasallam nuuf dhaaman keessa muraasni isaanii kana fakkaata. 

1.Qaanfiin dhabamuu.

2.Qalbiin Nama Goggoguu ykn Iimaanni Namaa hira'achaa deemuu.

3.ilmaan haraama baay’achuu

4.Amaanaan dhabamuu. 

5.Namni waa'ee duniyaa qofa yaaduu malee Guyyaa Qiyaamaa dagachuu.

kunniin mallattoo Qiyaamaa keessa isaan muraasa obboleeyyan kiyyaa kan muslima Rabbiin (SW).  Hundaa keenya warra keyrii osoo hojjatuu guyyaan Qiyaamaa itti dhufuu nu haa godhu warra of dagatee qiyaamaan dingatatti itti dhuftu rabbiin nungodhin.

No comments:

Post a Comment

Haala jiru

 Haalli jiru ilma nama hundinuu wal dhaba kuun qabeenya guddaa argatee akka godhu dhaba. kuun immoo rakkaatee waaan nyaatee bulu dhaba. waay...