Haala jiru

 Haalli jiru ilma nama hundinuu wal dhaba kuun qabeenya guddaa argatee akka godhu dhaba. kuun immoo rakkaatee waaan nyaatee bulu dhaba. waay jiruu duniyaa duniyaa tana keessati nammoonni hundi haalaa garage garaatiin qabsoo duniyaa keessa jira.jira.

Haalli jiruu namootta hundi wal hin fakkaatu kuun qabeenya akka godhuu dhee kuun hiyyummaan bul taha

  • Sababni isaa rabbiin nama hundaafuu waan isaaf tahuu murteessee waaan jiruuf namni hunduu amrii isaa bira gahuuf tattaafata
  • Haatahuu malee rabbiin riskii nama hundaa murtteessee jira. 
  • Wanti nutii hojjachuu qabnu ajaja rabbii qofa godhuudha

Comments

Popular posts from this blog

Simple method to earn money from online in Ethiopia

Challenge of life