Oromia jechuun maali?.
Oromia jechuun biyyaa jiituu yeroo mara nama hawwatuudha.oromia jechuun biyyaa bishaan isheefi lafti ishee jireenyaa ilma namaa hundaaf murteessa ta'eedha.oromian walumaa galatti biyyaa dhala namaa hundaaf furmaata taateedha.
Oromia jechuun biyyaa jiituu yeroo mara nama hawwatuudha.oromia jechuun biyyaa bishaan isheefi lafti ishee jireenyaa ilma namaa hundaaf murteessa ta'eedha.oromian walumaa galatti biyyaa dhala namaa hundaaf furmaata taateedha.
Naamusni Gaariin yeroo hunda nama Guutuu si taasisee Addunyaa kana fi jireenyaa Aakiraa keessattiis si fayyaada kanaaf naamusa Gaarii qabaachuun gaariidha.
Mallattoon Guyyaa Qiyaamaa Gurguddaan Ergamaan Rabbii Sallallaahu Aleeyhi wasallam nuuf dhaaman keessa muraasni isaanii kana fakkaata.
1.Qaanfiin dhabamuu.
2.Qalbiin Nama Goggoguu ykn Iimaanni Namaa hira'achaa deemuu.
3.ilmaan haraama baay’achuu
4.Amaanaan dhabamuu.
5.Namni waa'ee duniyaa qofa yaaduu malee Guyyaa Qiyaamaa dagachuu.
kunniin mallattoo Qiyaamaa keessa isaan muraasa obboleeyyan kiyyaa kan muslima Rabbiin (SW). Hundaa keenya warra keyrii osoo hojjatuu guyyaan Qiyaamaa itti dhufuu nu haa godhu warra of dagatee qiyaamaan dingatatti itti dhuftu rabbiin nungodhin.
salaata Raka'aa lama kan gabrichi qalbii isaa waan biraatirraa qulqulluu (free) taasisee qaamaafii qalbii isaatiin rabbirratti as gara galee salaatuutu Raka'aa dhibba lama kan kuni keessa jiru irra caalaa Rabbii biratti jaalatamtuudha.
artistiin oromoo halloo daawwee abdallaa Ali guyyaa har'aa magaalaa Adaamatti awwaalamte sirni awwaacha isii bakka Jaalatamtoota fi dinqusiifattoonni ishee argamutti geggeeffamee jira haadha teenya rabbiin haa araaramuuf.
Haalli jiru ilma nama hundinuu wal dhaba kuun qabeenya guddaa argatee akka godhu dhaba. kuun immoo rakkaatee waaan nyaatee bulu dhaba. waay...