Posts

Habasha sports betting

 what is habasha sports betting program.  habasha betting program is one of the kind of playing that is useful for getting satisfaction.most of the younger west their time in playing this game. this game is the most dangerous in time killing in our country. 

Namoota anaf hin dagatamne

 Namoonni jireenyaa kiyya keessatti yoomiyyuu hin dagatamne hedduudha. garuu kaniin dagachuu hin dandeenye kanneen jireenyaa kiyya akkaan bakka guddaa irra gahuuf tattaaffii cimaa naaf godhaa turaniidha. Namoonni suniis muraasni isaanii kana fakkaata.  1.Obboleeyti tiyyaa Aisha Ziyad Ame fi Abbaa mana ishee Abdi Muhammad Amiin isaan kun hundee barnootaa fi jireenyaa kiyyaati. 2. Namoota na jajjabeessuufi barnootaa irraatti na kakaasu turan = Ahmadkemal Abdusalam Umare  Bahar sharaf Abdo muas Bayan sheeka Ahmadsamman Sayidnur sheka Sayidnuur sheik Muhammad  Makkoo Sayidnuur sheeka Namoonni karaa dinagdee fi Akka Maatii kiyya tahani akkaan baradhuuf bu'ura naaf tahan= 1.Ijoolle Ganda dhaloota kiyya Hiriyyoota kiyya Qeerroo Ganda Goona jedhamu hunda isaaniti  Namoonni isaan keessaa shoora olaanaa xapatan ijoollee tana kakaasu fi hoojum kiyya naaf tohachuudhan gaafaa jalqabaa hiriyaa kiyya Ana's  Adem umer innaa lillaahi wainna ilehi rajiun Raabbiin jannatul fi...

Challenge of life

  Qabsoo Jireenya. Qabsoo Jireenya biyya lafaa kanarratti Ilmi nama marti Jireenya isaatiin wajjiin qabsoo godhaa jiraata.yeroo tokko injifate kan biraatti dabraa qabsoo isaa itti fufa. osuma deemuu dhuma irratti garuu duniyaa kanarraa qabsoo cimaa taheen injifatamee harka kennatee gala.qabsoon cimaan isa injifattu suunis du'a. ykn Jireenya maayyii ilma namaa jechuudha.Rabbiin namoota qabsoo duniyaatiin kufu Rabbiin nu hin godhin.

Oromia region

 Oromia jechuun maali?. Oromia jechuun biyyaa jiituu yeroo mara nama hawwatuudha.oromia jechuun biyyaa bishaan isheefi lafti ishee jireenyaa ilma namaa hundaaf murteessa ta'eedha.oromian walumaa galatti biyyaa dhala namaa hundaaf furmaata taateedha.

my history

my best history in my lifetime starting from lower level to higher level of my educational background.I  started my elementary school education in the small village known as Dogu. after my completion of grade 1_8 I started the  high-school educational here in Dogu secondary school 2007-2008 and I have successfully completed my grade 10th exam and I started the preparatory School from 2009-2010 in Girawa preparatory School and I have able to complete my exams and I joined madda walabu university and in this year I have graduated from the University in BA Degree in Management Alhamdulillaahi. 

Dogu village

 Dogu Village is the smallest city of my country this Village is very popular in exporting trade from the people of the Village. 

Naamusa Gaarii

 Naamusa Gaarii Qabaachuu  Naamusni Gaariin yeroo hunda nama Guutuu si taasisee Addunyaa kana fi jireenyaa Aakiraa keessattiis si fayyaada kanaaf naamusa Gaarii qabaachuun gaariidha. 

mallattoo guyyaan qiyaamaa

 Mallattoon Guyyaa Qiyaamaa Gurguddaan kan amma argamaa jiru Maali?. Mallattoon Guyyaa Qiyaamaa Gurguddaan Ergamaan Rabbii Sallallaahu Aleeyhi wasallam nuuf dhaaman keessa muraasni isaanii kana fakkaata.  1.Qaanfiin dhabamuu. 2.Qalbiin Nama Goggoguu ykn Iimaanni Namaa hira'achaa deemuu. 3.ilmaan haraama baay’achuu 4.Amaanaan dhabamuu.  5.Namni waa'ee duniyaa qofa yaaduu malee Guyyaa Qiyaamaa dagachuu. kunniin mallattoo Qiyaamaa keessa isaan muraasa obboleeyyan kiyyaa kan muslima Rabbiin (SW).  Hundaa keenya warra keyrii osoo hojjatuu guyyaan Qiyaamaa itti dhufuu nu haa godhu warra of dagatee qiyaamaan dingatatti itti dhuftu rabbiin nungodhin.

Salaata fi naamusa isaa

  Salaata qulqulluu. salaata Raka'aa lama kan gabrichi qalbii isaa waan biraatirraa qulqulluu (free) taasisee qaamaafii qalbii isaatiin rabbirratti as gara galee salaatuutu Raka'aa dhibba lama kan kuni keessa jiru irra caalaa Rabbii biratti jaalatamtuudha.

artistiin oromo halloo daawwee

 artistiin oromoo halloo daawwee abdallaa Ali guyyaa har'aa magaalaa Adaamatti awwaalamte sirni awwaacha isii bakka Jaalatamtoota fi dinqusiifattoonni ishee argamutti geggeeffamee jira haadha teenya rabbiin haa araaramuuf.