Namoonni jireenyaa kiyya keessatti yoomiyyuu hin dagatamne hedduudha.
garuu kaniin dagachuu hin dandeenye kanneen jireenyaa kiyya akkaan bakka guddaa irra gahuuf tattaaffii cimaa naaf godhaa turaniidha. Namoonni suniis muraasni isaanii kana fakkaata.
1.Obboleeyti tiyyaa Aisha Ziyad Ame fi Abbaa mana ishee Abdi Muhammad Amiin isaan kun hundee barnootaa fi jireenyaa kiyyaati.
2. Namoota na jajjabeessuufi barnootaa irraatti na kakaasu turan =
Ahmadkemal Abdusalam Umare
Bahar sharaf Abdo
muas Bayan sheeka
Ahmadsamman Sayidnur sheka
Sayidnuur sheik Muhammad
Makkoo Sayidnuur sheeka
Namoonni karaa dinagdee fi Akka Maatii kiyya tahani akkaan baradhuuf bu'ura naaf tahan=
1.Ijoolle Ganda dhaloota kiyya Hiriyyoota kiyya Qeerroo Ganda Goona jedhamu hunda isaaniti
Namoonni isaan keessaa shoora olaanaa xapatan ijoollee tana kakaasu fi hoojum kiyya naaf tohachuudhan gaafaa jalqabaa hiriyaa kiyya Ana's Adem umer innaa lillaahi wainna ilehi rajiun Raabbiin jannatul firdoowsiin haa qananiisu isa ture Rabbii Chaffee jannataatiin isa haa bohaarsu .
erga inni Ganda Aakiraa Dabaree booda garuu ilma onnoleeysa kiyya kan tahe Bashbash joher Abdo muummee. jedhama Rabbiin sadarkaa guddaa irra isaa haa geessu .walimaa galatti Qeerroon Ganda keenya hunduu baay’ee galatoomaa.
Namoonni Abbaa malaa tahuun na gargaarran immoo
Obboleytii tiyya Aisha Ziyad Ame Rabbiin umrii dheertuu fayyaa gaarii fi jireenyaa gaarii qabaachuu isiitiin nahaa gammachiisuu.
Nammoonni halhaniifi guyyaa du'aa'ii isaaniitiin na bira dhaabbatan immoo haadha tiyya hindi sheik Ahmad sadiq.
sheeka kiyyaa kan akka abbaa kiyyaatti naaf yaadu ustaz Sayidnuur sheik Muhammad.
Akkasumas obboleeytii tiyya Johara yassen.
Namni Akkaan bakka guddaa irra gahuuf anaf tattafachaa fi anaan lola na guddisee barnootaa tokko jedhee na jalqabsiisee Abbaa kiyyaa tiruu tiyyaa kaniin an irraa biqile Ziyad Ame mummed Rabbiin jannata irraa oliitiin isa naaf haa seensisuu Rabbiin ollaa ergamaa rabbi sallallaahu aleyhi wasallam sihaa qubsiisuu anas nama si booda Aanee sadarkaa tee jannata keessatti olkaasu Rabbiin nahaa godhu.
waan dubbiftaniif hedduu galatooma.
No comments:
Post a Comment