Posts

Hijaabni dubartiif maali?

 Hijaaba jechuun uffata qaama dubartii akka diinni dubartii qaama isii hin argineef ittisuudha Hijaabni dubartii muslimaatiif qaama ishiiti rabbiin( sw). Qur'aana kabajamaa keysatti dubartootan jalabiiba keysan ofirratti gad buusa jechuun ajajee jira.hijaaba jechuun uffata dubartii qaama ishee mara dhoysu yommu tahu uffanni dubartii hijaaba jedhamuuf uffata qaqallaa tahuu hin qabuu  uffata gabaaba komee hin dhoysinee tahuu hin qabuu. Uffata furdaa ykn yabbuu tahuu qaba . Hijaabni dubartii muslimaatiif haadha fi abbaa ishii caala kan kabajaa isii eeguudha. Kanaaf dubartootni keenya hijaaba keysan Akka jabeeyfattanin dhaamsa Qur'aana fi hadiisa ergamatti saw waan dubbiftaniif guddaa galatooma.  Website keenya kanaa irratti waan baayye argattu hordofaa.  kemalstudio.blogspot.com ad tags 728x90 728x90_1 IFRAME SYNC  

None degenerate basic feasibe solution

 If its minimize total transportation loops in transportation table. 

Ramadan karim

 Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota hordoftoota website keenya akkam jirtu nagaya Alhamdulillaahi nuti fayya qabna .joining ramadan kabajamaan seenuuf guyyoota muraasa qofaatu nuuf hafa inshaa Allah mee ramadan kana haala kamiin simachuuf qophaawaa jirtu inshaa Allah yoo Rabbii fedhe wantoota qophii ramadan ilaallatan baayye qabannee isiniif dhiyaachaa jirra Obsaan nu eegadhaa.

Criteria for international markets segmentation

 Identifiable,sizable, accessible,stability,responsive and actionable. 

International Market segmentation and selections

 International Market segmentation  Is the process of dividing the world market into distinct subsets of customers that behave in the same way or have similar needs. 

The three categories of high touch products are.

 Product that solves a common problem  at the other end of the price spectrum from high tech,Product in this category provide benefits linked to "life's title moments. " ads that show friends talking over a cup of coffee in a cafe or quenching thirst with soft drink during a day at the beach put the Product at home market. 

Demonstrateble product

 High touch products Consumer are generally energized by emotional motives rather than rational ones when shopping it.consumers may  feel an emotional or spiritual connection with High touch product the performance of which is evaluated in subjective aesthetic terms rather than objective technical terms. 

Special interest products

 Although less technical and more leisure or recreation oriented,special interests products also are characterized by a shared experience and high involvement among users. Again the comman language and symbols associated with such products can transcend language and cultural barriers. Fuji bicycles,Adidas equipment and Canon camera. Are examples of successful global special interest products. 

Tariff rate

 Specific advaloram and combined  Specific duties. Are a fixed or Specific amount of money per unit weight gauge.advaloram duties duties according to value.

Barnootaa

 Barnootaa Barachuun yeroo durii keessa baayye rakkiisaa ture garuu yeroo ammaa haalli suun fedhiiRabbiitiin nurra jijjiramee jira haataa'uu malee nammoonni keenya ammas hagas mara irra fayyadamaa hin jiru wanti barnootaa irra ummata keenya of duuba harkise bara durii keessaa rakkoo Gidiraa ilmaan nafxanyaa ture garuu ammaa haalli barachuu xiqqoo kan fooyya'ee yoo tahees ammas garaan isaan gubannaan akka ummanni keenya hin milkoofne fala barbaada exist exam ykn coc jechuun barataa University akka hin dabarre gochuun ni yaadatama kanaaf ummanni keenya cimee akka shira isaanii kana balleesinuun dhaamsa keenya.