Hijaabni dubartiif maali?

 Hijaaba jechuun uffata qaama dubartii akka diinni dubartii qaama isii hin argineef ittisuudha Hijaabni dubartii muslimaatiif qaama ishiiti rabbiin( sw). Qur'aana kabajamaa keysatti dubartootan jalabiiba keysan ofirratti gad buusa jechuun ajajee jira.hijaaba jechuun uffata dubartii qaama ishee mara dhoysu yommu tahu uffanni dubartii hijaaba jedhamuuf uffata qaqallaa tahuu hin qabuu  uffata gabaaba komee hin dhoysinee tahuu hin qabuu. Uffata furdaa ykn yabbuu tahuu qaba .

Hijaabni dubartii muslimaatiif haadha fi abbaa ishii caala kan kabajaa isii eeguudha. Kanaaf dubartootni keenya hijaaba keysan Akka jabeeyfattanin dhaamsa Qur'aana fi hadiisa ergamatti saw waan dubbiftaniif guddaa galatooma.  Website keenya kanaa irratti waan baayye argattu hordofaa. kemalstudio.blogspot.com ad tags 728x90 728x90_1 IFRAME SYNC 

Comments

Popular posts from this blog

Simple method to earn money from online in Ethiopia

Haala jiru

Challenge of life