Barnootaa
Barnootaa Barachuun yeroo durii keessa baayye rakkiisaa ture garuu yeroo ammaa haalli suun fedhiiRabbiitiin nurra jijjiramee jira haataa'uu malee nammoonni keenya ammas hagas mara irra fayyadamaa hin jiru wanti barnootaa irra ummata keenya of duuba harkise bara durii keessaa rakkoo Gidiraa ilmaan nafxanyaa ture garuu ammaa haalli barachuu xiqqoo kan fooyya'ee yoo tahees ammas garaan isaan gubannaan akka ummanni keenya hin milkoofne fala barbaada exist exam ykn coc jechuun barataa University akka hin dabarre gochuun ni yaadatama kanaaf ummanni keenya cimee akka shira isaanii kana balleesinuun dhaamsa keenya.
Comments
Post a Comment