islaamummaan jiru teetiif ifaadha.
islaamummaan jirun ofii kan ittiin namaa ifuudha.osoo islaamummaan hin baballatin dura dubartiin akka namaattii ilaalamaa hin turre garuu erga islaamummaan dhuftan booda dukkana kufrii rabbiin sw ergamaa isaa nuuf erguudhaan dukkana keessa gara ifaatti akka dhufnu daandii nuuf bane mirgi dubartiin islaamummaa keessatti qabdu sadarkaa jalqabaa akka tahee ni barsiisan sallallaahu aleyhi wasallam.
https://youtube.com/@kemalziyad?si=LPb4RWWmWAiduRC0
ergamaan Rabbii Sallallaahu Aleeyhi wasallam Akkana jedhe amaanaa gurguddaa lamaan isiniif dhaamaa jabeessaa jedhan isaaniid salaata fii dubartiidha jedhan. kanaaf dhaamsa ergamaan Rabbii Sallallaahu Aleeyhi wasallam nuuf dhaaman kana haa yaadannuu obboleeyyan kiyyaa.