Posts

Showing posts from November, 2023

Ethiopia and Djibouti

 what is the relationship between Ethiopia and Djibouti?. Ethiopian premenster Abiy Ahmad want to create relationship with Djibouti because Ethiopia want to have portshipp rules in order to obtain the best solution for their economic problems. 

Haala jiru

 Haalli jiru ilma nama hundinuu wal dhaba kuun qabeenya guddaa argatee akka godhu dhaba. kuun immoo rakkaatee waaan nyaatee bulu dhaba. waay jiruu duniyaa duniyaa tana keessati nammoonni hundi haalaa garage garaatiin qabsoo duniyaa keessa jira. jira. Haalli jiruu namootta hundi wal hin fakkaatu kuun qabeenya akka godhuu dhee kuun hiyyummaan bul taha Sababni isaa rabbiin nama hundaafuu waan isaaf tahuu murteessee waaan jiruuf namni hunduu amrii isaa bira gahuuf tattaafata Haatahuu malee rabbiin riskii nama hundaa murtteessee jira.  Wanti nutii hojjachuu qabnu ajaja rabbii qofa godhuudha