Tuesday, 7 February 2023

Hijaabni dubartiif maali?

 Hijaaba jechuun uffata qaama dubartii akka diinni dubartii qaama isii hin argineef ittisuudha Hijaabni dubartii muslimaatiif qaama ishiiti rabbiin( sw). Qur'aana kabajamaa keysatti dubartootan jalabiiba keysan ofirratti gad buusa jechuun ajajee jira.hijaaba jechuun uffata dubartii qaama ishee mara dhoysu yommu tahu uffanni dubartii hijaaba jedhamuuf uffata qaqallaa tahuu hin qabuu  uffata gabaaba komee hin dhoysinee tahuu hin qabuu. Uffata furdaa ykn yabbuu tahuu qaba .

Hijaabni dubartii muslimaatiif haadha fi abbaa ishii caala kan kabajaa isii eeguudha. Kanaaf dubartootni keenya hijaaba keysan Akka jabeeyfattanin dhaamsa Qur'aana fi hadiisa ergamatti saw waan dubbiftaniif guddaa galatooma.  Website keenya kanaa irratti waan baayye argattu hordofaa. kemalstudio.blogspot.com ad tags 728x90 728x90_1 IFRAME SYNC 

Monday, 6 February 2023

Friday, 3 February 2023

Ramadan karim

 Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota hordoftoota website keenya akkam jirtu nagaya Alhamdulillaahi nuti fayya qabna .joining ramadan kabajamaan seenuuf guyyoota muraasa qofaatu nuuf hafa inshaa Allah mee ramadan kana haala kamiin simachuuf qophaawaa jirtu inshaa Allah yoo Rabbii fedhe wantoota qophii ramadan ilaallatan baayye qabannee isiniif dhiyaachaa jirra Obsaan nu eegadhaa.

Haala jiru

 Haalli jiru ilma nama hundinuu wal dhaba kuun qabeenya guddaa argatee akka godhu dhaba. kuun immoo rakkaatee waaan nyaatee bulu dhaba. waay...