Friday, 21 April 2023

Eid mubaarak

 Eid mubaarak baga geessan baga geenye ayyaana guddaa Ayyaana Eid Alfixir bara 1444 AH Ayyaanni Eid Alfixir Ayyaana guddaa lameen Ergamaan Rabbii nuuf himan keessa isa guddaa kan hiyyeessi keeysatti beela bahuudha kan waan nyaatu qabu kan hin qabne nyaachisuudhaan waliqixa Akka isa qabuu wajjiin gammadu keeysatti taasifamuudha Rabbiin warra bara hunda irra deddeebi'iin kabajatu nuhaa taasisu soomana keenyaas Rabbiin nurraa haa qeebalu.

Haala jiru

 Haalli jiru ilma nama hundinuu wal dhaba kuun qabeenya guddaa argatee akka godhu dhaba. kuun immoo rakkaatee waaan nyaatee bulu dhaba. waay...